Gaazexeessituun Raashiyaa sagantaa oduu gidduu mormii waraanaa agarsiiste maallaqa biyyattii ruubilii 30,000 (birrii Itoophiyaa 13,000) adabamteetti. Murtee kana har'a mana murtii erga dhihaatte booda ...